-
Luqaas 4:42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
42 Yommuu bariʼu garuu achii kaʼee gara iddoo namni hin jirre tokkoo dhaqe.+ Namoonni sun garuu cimsanii isa barbaaduu jalqaban; iddoo inni jiru yommuu dhufanis akka inni isaan irraa adda baʼee hin deemne isa dhowwuuf yaalan.
-