LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 26:36, 37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Sana booda Yesuus isaanii wajjin gara bakka Getesemaanee+ jedhamu dhufe; barattoota isaatiinis, “Ani yommuun achi dhaqee kadhadhu isin asuma taaʼaa”+ jedhe. 37 Achiis Pheexirosii fi ilmaan Zabdewos lamaan fudhatee deemee, gadduu fi akka malee jeeqamuu jalqabe.+

  • Luqaas 22:39-41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Achii baʼees akkuma amala isaa gara Gaara Ejersaa deeme; barattoonni isaas isa duukaa buʼan.+ 40 Bakka sana yommuu gaʼan, “Qorumsatti akka hin galle kadhachuu keessan itti fufaa”+ isaaniin jedhe. 41 Achiis hanga darbannaa dhagaa isaan irraa fagaatee jilbeenfatee akkana jedhee kadhachuu jalqabe:

  • Yohaannis 18:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yesuus wantoota kana erga dubbatee booda, barattoota isaa wajjin gara iddoo biqiltuu Sulula Qedroon*+ gama jiru dhaqe; innii fi barattoonni isaa achi keessa seenan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi