LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 19:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Inni obboloota koo na irraa fageesseera,

      Warri na beekanis na irraa garagalaniiru.+

  • Faarfannaa 31:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Diinonni koo hundi,

      Keessumaa immoo olloonni koo na tuffataniiru.+

      Michoonni koo na sodaatan;

      Yommuu addabaabayiitti na argan, na irraa baqatu.+

  • Faarfannaa 38:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Dhaʼicha na irra gaʼeen kan kaʼe hiriyoonni koo fi michoonni koo na jibbaniiru,

      Michoonni koo warri natti dhihaatanis na irraa fagaataniiru.

  • Faarfannaa 142:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Gara harka mirgaa koo milʼadhuutii,

      Namni tokko illee dantaa akka naaf hin qabne* ilaali.+

      Iddoon itti baqachuu dandaʼu tokko illee hin jiru;+

      Namni naaf* yaadu tokko illee hin jiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi