1 Seenaa Baraa 16:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Hemaanii fi Yedutuun,+ akkasumas namoonni filatamoon warri maqaa dhaʼamanii filataman kaan Yihowaa galateeffachuuf isaanii wajjin turan;+ sababiin isaas, “jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata”;+ Isaayyaas 54:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Gaaronni iddoo isaaniitii kaafamuu,Tabbawwanis raafamuu dandaʼu,Jaalalli koo inni amanamaan garuu si irraa hin kaafamu,+Kakuun nagaa kootiis hin raafamu”+ jedha Yihowaan inni gara laafina sitti argisiisu.+
41 Hemaanii fi Yedutuun,+ akkasumas namoonni filatamoon warri maqaa dhaʼamanii filataman kaan Yihowaa galateeffachuuf isaanii wajjin turan;+ sababiin isaas, “jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata”;+
10 Gaaronni iddoo isaaniitii kaafamuu,Tabbawwanis raafamuu dandaʼu,Jaalalli koo inni amanamaan garuu si irraa hin kaafamu,+Kakuun nagaa kootiis hin raafamu”+ jedha Yihowaan inni gara laafina sitti argisiisu.+