Isaayyaas 14:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yihowaan Yaaqoobitti gara laafina ni argisiisa;+ deebiʼees Israaʼeliin ni filata.+ Inni biyya isaanii keessa isaan qubachiisa;*+ namoonni biyya ormaas isaanii wajjin ni taʼu, mana Yaaqoobittis ni maxxanu.+
14 Yihowaan Yaaqoobitti gara laafina ni argisiisa;+ deebiʼees Israaʼeliin ni filata.+ Inni biyya isaanii keessa isaan qubachiisa;*+ namoonni biyya ormaas isaanii wajjin ni taʼu, mana Yaaqoobittis ni maxxanu.+