22 Daangaan sun hamma Taabor,+ Shahaazumaa fi Beet Sheemeshitti kan fagaatu yeroo taʼu, dhumni daangaa isaanii Yordaanos ture; magaalota 16 fi gandeen isaanii. 23 Magaalonnii fi gandeen isaanii warri akka maatii maatii isaaniitti dhaala gosa Yisaakor+ taʼan kanneen kana turan.