Baʼuu 13:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Achiis Museen sabichaan akkana jedhe: “Yihowaan harka jabaadhaan asii waan isin baaseef,+ isin guyyaa biyya Gibxiitii, mana garbummaa jalaa itti baatan kana yaadadhaa.+ Kanaafuu, wanti raacitii qabu kam iyyuu nyaatamuu hin qabu.
3 Achiis Museen sabichaan akkana jedhe: “Yihowaan harka jabaadhaan asii waan isin baaseef,+ isin guyyaa biyya Gibxiitii, mana garbummaa jalaa itti baatan kana yaadadhaa.+ Kanaafuu, wanti raacitii qabu kam iyyuu nyaatamuu hin qabu.