LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 7:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Ani abbaa isaa nan taʼa, innis ilma koo ni taʼa.+ Yommuu inni balleessaa raawwatu, ulee namootaatiin, harcummee* ilmaan namootaatiinis* isa nan adaba.+

  • 1 Mootota 11:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Achiis Yihowaan maatii mootii Edoom+ kan taʼe Hadaad Edoomticha mormituu godhee Solomoon irratti ni kaase.+

  • 1 Mootota 11:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Achiis Yeroboʼaamiin akkana jedhe:

      “Erbee kurnan kana ofii keetiif fudhadhu; sababiin isaas, Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Kunoo, ani mootummicha harka Solomoon irraa tarsaasee, gosoota kudhan siif nan kenna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi