LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 40:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Yaa Waaqa koo Yihowaa,

      Ati wantoota dinqisiisoo hedduu nuuf gooteetta,

      Yaadawwan nuuf qabdus hedduu dha.+

      Kan siin gitu tokko illee hin jiru;+

      Ani waaʼee wantoota kanaa himuu fi dubbachuuf utuun yaalee,

      Lakkoofsi isaanii gita hin qabu!+

  • Faarfannaa 145:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Dhaloonni tokko dhaloota kaanitti hojiiwwan kee ni labsa;

      Isaan waaʼee gochawwan kee warra jajjaboo taʼanii ni himu.+

  • Lallaba 3:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Inni wanta hundumaa yeroo isaatti bareechee* tolcheera.+ Inni garaa ilmaan namootaa keessa bara baraaf jiraachuu kaaʼeera; taʼus isaan hojii Waaqni dhugaan jalqabaa kaasee hamma xumuraatti hojjete matumaa hubachuu hin dandaʼan.

  • Mulʼata 15:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Isaan akkana jedhanii faarfannaa Musee+ garbicha Waaqayyoo fi faarfannaa Hoolichaa+ faarfatu turan:

      “Yaa Waaqa keenya Yihowaa* isa Hundumaa Dandeessuu,+ hojiiwwan kee guguddaa fi dinqisiisoo dha.+ Yaa Mootii bara baraa,+ daandiiwwan kee qajeeloo fi dhugaa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi