LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 52:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Ani garuu mana Waaqayyoo keessatti akka muka ejersaa* lalisaa nan taʼa;

      Baraa hamma bara baraatti jaalala amanamaa isa kan Waaqayyootti nan amanama.+

  • Isaayyaas 61:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Warra Xiyooniif gaddan akkan kunuunsu,

      Bakka daaraa shaashii,

      Bakka gaddaa zayitii gammachuu,

      Bakka hafuura gaddee uffata jajannaa akkan isaaniif kennu na ergeera.

      Isaanis mukeetii qajeelummaa guguddaa taʼan,

      Warra akka ulfina isaaf kennaniif* Yihowaan dhaabe sana jedhamanii ni waamamu.+

  • Isaayyaas 65:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Mana isaan ijaaran keessa namni kan biraan hin jiraatu,

      Muka wayinii isaan dhaabanis namoonni kan biroon hin nyaatan.

      Sababiin isaas, umuriin saba kootii akkuma umurii mukaa ni taʼa,+

      Warri ani filadhes hojii harka isaaniitti guutummaatti ni gammadu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi