Faarfannaa 73:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Sababiin isaas, nagaa hamoonni qaban yommuun argu,+Warra of tuulanitti* hinaafeen ture. Faarfannaa 74:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yaa Waaqayyo, hamajaajiin hamma yoomiitti qoosa?+ Diinni hoo bara baraaf maqaa kee salphisaa jiraataa?+
10 Yaa Waaqayyo, hamajaajiin hamma yoomiitti qoosa?+ Diinni hoo bara baraaf maqaa kee salphisaa jiraataa?+