LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 25:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Yihowaan gaarii fi qajeelaa dha.+

      Cubbamoonni daandii jireenyaa irra akka deeman kan barsiisu kanaafi.+

  • Isaayyaas 28:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Inni karaa sirrii taʼeen isa ni barsiisa;*

      Eeyyee, Waaqni isaa isa ni leenjisa.+

  • Yohaannis 6:45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Kitaaba Raajotaa keessatti, ‘Hundi isaanii Yihowaa* irraa kan baratan ni taʼu’+ kan jedhu barreeffameera. Namni Abbaa dhagaʼee fi kan isa irraa barate hundi gara koo ni dhufa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi