Faarfannaa 55:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Ati garuu yaa Waaqayyo, boolla gad fagoo keessa isaan buusta.+ Warri dhiigaan itti gaafatamanii fi namoonni gowwoomsaa raawwatan walakkaa bara isaanii hin jiraatan.+ Ani garuu sittan amanama. 2 Pheexiros 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Kanaafuu, Yihowaan* namoota Waaqayyoof bulan qorumsa keessaa akkamitti akka baasu,+ jalʼoota immoo guyyaa murtiitti+ akka balleeffamaniif akkamitti akka tursu beeka;
23 Ati garuu yaa Waaqayyo, boolla gad fagoo keessa isaan buusta.+ Warri dhiigaan itti gaafatamanii fi namoonni gowwoomsaa raawwatan walakkaa bara isaanii hin jiraatan.+ Ani garuu sittan amanama.
9 Kanaafuu, Yihowaan* namoota Waaqayyoof bulan qorumsa keessaa akkamitti akka baasu,+ jalʼoota immoo guyyaa murtiitti+ akka balleeffamaniif akkamitti akka tursu beeka;