-
Uumama 1:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Achiis Waaqayyo, “Bishaanonni samii jalatti argaman bakka tokkotti walitti haa qabaman; dachee gogaanis haa mulʼatu” jedhe.+ Akkuma kanas ni taʼe. 10 Waaqayyo dachee gogaa sana Lafa jedhee moggaase;+ bishaanota walitti qabaman sana immoo Galaanota jedhee moggaase.+ Waaqayyo kun gaarii taʼuu isaa ni arge.+
-