LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 8:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 “Ati garuu Waaqa kee Yihowaa yoo irraanfatte, waaqolii kan biroo duukaa yoo buute, yoo isaan tajaajiltee fi isaaniif yoo sagadde, dhugumaan akka balleeffamtan ani harʼa isin irratti ragaa nan baʼa.+

  • Faarfannaa 97:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Warri fakkiiwwan bocaman akkamii iyyuu tajaajilan,+

      Warri waaqolii isaanii warra gatii hin qabneen boonan haa qaaneffaman.+

      Isin waaqoliin hundi, isaaf sagadaa.*+

  • Yoonaas 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Namoonni waaqolii tolfamoo warra gatii hin qabneef of kennan, isa madda jaalala amanamaa isaaniif taʼe* dhiisaniiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi