LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 40:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Museenis wanta Yihowaan isa ajaje hundumaa ni godhe.+ Inni akkanuma ni godhe.

  • 1 Saamuʼel 12:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kunoo, amma ani isin dura dhaabbadheera. Yihowaa fi isa inni dibe+ duratti ana irratti ragaa baʼaa: Ani qotiyyoo yookiin harree eenyuun fudhadhe?+ Eenyuunan gowwoomse? Yookiin eenyuunan miidhe? Murtii jalʼisuuf jedhee eenyu harkaan mattaʼaa fudhadhe?+ Yoon fudhadheera taʼe, isiniif nan deebisa.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi