Faarfannaa 55:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 55 Yaa Waaqayyo, kadhannaa koo dhagaʼi,+Gaaffii ani gara laafina argachuuf dhiheessus hin tuffatin.*+ Daaniʼel 9:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Egaa yaa Waaqa keenya, kadhannaa fi iyyata ana tajaajilaa keetii dhagaʼi; yaa Yihowaa, ofii keetiif jedhiitii iddoo qulqulluu kee isa ona taʼe+ sana irratti fuulli kee akka ifu godhi.+
55 Yaa Waaqayyo, kadhannaa koo dhagaʼi,+Gaaffii ani gara laafina argachuuf dhiheessus hin tuffatin.*+
17 Egaa yaa Waaqa keenya, kadhannaa fi iyyata ana tajaajilaa keetii dhagaʼi; yaa Yihowaa, ofii keetiif jedhiitii iddoo qulqulluu kee isa ona taʼe+ sana irratti fuulli kee akka ifu godhi.+