-
Isaayyaas 64:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Magaalonni kee warri qulqulluun lafa onaa taʼaniiru.
Xiyoon lafa onaa taateetti,
Yerusaalem ona taateetti.+
-
-
Faaruu Ermiyaas 5:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Kunis kan taʼe Gaarri Xiyoon ona waan taʼeefi;+ amma jeedalootatu achi irra joora.
-