18 “Bara Hisqiyaas+ mootii Yihudaatti, Miikiyaas+ inni nama Moresheet taʼe raajii dubbachaa ture; guutummaa saba Yihudaatiinis akkana jedhe: ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha:
“Xiyoon akkuma maasiitti ni qotamti,
Yerusaalem tuullaa diiggaa ni taati,+
Gaarri Manichaas akkuma iddoowwan ol kaʼoo bosona keessa jiranii ni taʼa.”’+