Faarfannaa 79:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 79 Yaa Waaqayyo, saboonni dhaala kee weeraraniiru;+Mana qulqullummaa kee isa qulqulluu xureessaniiru;+Yerusaalemiinis gara tuullaa dhagaatti jijjiiraniiru.+ Ermiyaas 9:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Ani Yerusaalemiin tuullaa dhagaa,+ holqa sardiidotaa nan godha,+Magaalota Yihudaas ona, bakka namni keessa hin jiraanne nan godha.+
79 Yaa Waaqayyo, saboonni dhaala kee weeraraniiru;+Mana qulqullummaa kee isa qulqulluu xureessaniiru;+Yerusaalemiinis gara tuullaa dhagaatti jijjiiraniiru.+
11 Ani Yerusaalemiin tuullaa dhagaa,+ holqa sardiidotaa nan godha,+Magaalota Yihudaas ona, bakka namni keessa hin jiraanne nan godha.+