-
Ermiyaas 4:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Yihowaan akkana jedha: “Guutummaan biyyattii ni onti,+
Taʼus ani guutummaatti haxaaʼee ishii hin balleessu.
-
-
Ermiyaas 25:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Guutummaan biyya kanaa onaa fi wanta sodaachisaa ni taʼa; saboonni kunis waggaa 70f mootii Baabiloniin tajaajiluuf ni dirqamu.”’+
-
-
Ermiyaas 32:43Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
43 Isin, “Biyyi kun ona namnis taʼe horiin keessa hin jirre dha; Kaladootattis dabarfamtee kennamteetti” yoo jettan iyyuu biyya kana keessatti maasiin ammas ni bitama.’+
-