LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Anumti iyyuu biyyattiin ona akka taatu nan godha;+ diinonni keessan warri ishii keessa jiraatanis ajaaʼibsiifannaadhaan ishii ni ilaalu.+

  • 2 Seenaa Baraa 36:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Warra goraadee irraa oolan boojiʼee gara Baabilonitti geesse;+ isaanis hamma mootummaan Faarsi bulchuu jalqabetti+ isaa fi ilmaan isaatiif tajaajiltoota taʼan;+ 21 kunis kan taʼe, dubbiin Yihowaan karaa Ermiyaas dubbate akka raawwatamuuf,+ hamma biyyattiin idaa sanbataa ishii irra jiru kaffaltutti ture.+ Waggoonni 70ni sun hamma raawwatamanittis, biyyattiin yeroo ona taatee turte hundumaatti sanbata ni kabajje.+

  • Isaayyaas 6:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo kanatti ani, “Yaa Yihowaa, hamma yoomiitti?” nan jedhe. Innis akkana naan jedhe:

      “Hamma magaalonni diigamanii namni keessa jiraatu dhabamutti,

      Hamma manneen namoota malee hafanitti,

      Hamma biyyattiin diigamtee ontutti;+

  • Ermiyaas 10:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Dhagaʼaa! Oduun tokko dhufaa jira!

      Magaalota Yihudaa onsuuf, holqa sardiidotaa gochuufis,+

      Wacni guddaan tokko biyya kaabaa irraa dhufaa jira.+

  • Hisqiʼel 33:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Biyyattiin guutummaatti ona akka taatu nan godha;+ of tuulummaan ishii fi koorri ishii ni xumurama; gaaronni Israaʼel ni onu;+ namni keessa darbus hin jiraatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi