-
Ermiyaas 27:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Ammas ani biyyoota kana hundumaa tajaajilaa koo kan taʼe Nebukadnezaar mootii Baabiloniif kenneera;+ akka isa tajaajilaniif bineensota bosonaa illee isaaf kenneera. 7 Hamma yeroon biyyi isaa itti kufu gaʼutti, jechuunis hamma saboonni hedduunii fi mootummoonni guguddaan isa garboomfatanitti,+ saboonni hundi isa, ilma isaa fi ilma ilma isaa ni tajaajilu.’+
-