Ermiyaas 25:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 “Yihowaan akkana jedha: ‘Haa taʼu malee, waggaan 70ni kun yommuu xumuramutti+ ani mootii Baabilonii fi saba sana balleessaa isaaniitiif nan adaba;+ biyyi Kaladootaas yeroo hundumaatiif ona akka taatu nan godha.+ Ermiyaas 25:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Saboonni hedduunii fi mootonni guguddoon+ isaan garboomfatu;+ anis akka gocha isaaniittii fi akka hojii harka isaaniitti isaaniif nan deebisa.’”+ Ermiyaas 51:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 “Xiyyawwan qaradhaa;+ gaachanootas qabadhaa.* Yihowaan Baabiloniin ona gochuu waan barbaadeef,Hafuura mootota Meedon kakaaseera.+ Sababiin isaas, Yihowaan haaloo ni baʼa, inni mana qulqullummaa isaatiif haaloo ni baʼa.
12 “Yihowaan akkana jedha: ‘Haa taʼu malee, waggaan 70ni kun yommuu xumuramutti+ ani mootii Baabilonii fi saba sana balleessaa isaaniitiif nan adaba;+ biyyi Kaladootaas yeroo hundumaatiif ona akka taatu nan godha.+
14 Saboonni hedduunii fi mootonni guguddoon+ isaan garboomfatu;+ anis akka gocha isaaniittii fi akka hojii harka isaaniitti isaaniif nan deebisa.’”+
11 “Xiyyawwan qaradhaa;+ gaachanootas qabadhaa.* Yihowaan Baabiloniin ona gochuu waan barbaadeef,Hafuura mootota Meedon kakaaseera.+ Sababiin isaas, Yihowaan haaloo ni baʼa, inni mana qulqullummaa isaatiif haaloo ni baʼa.