-
Ermiyaas 51:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Balleessaa ishiitiin kan kaʼe hin dhuminaa.
Sababiin isaas, yeroon kun yeroo Yihowaan haaloo itti baʼu dha.
Inni wanta ishiin raawwatteef gatii ishii ishiidhaaf ni deebisa.+
-
-
Ermiyaas 51:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Ani hammina isaan Xiyoon keessatti ija keessan duratti raawwatan hundumaatiif,
Baabilonii fi jiraattota biyya Kaladootaa hundumaatiif gatii isaanii nan deebisa”+ jedha Yihowaan.
-