-
Ermiyaas 51:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
51 Yihowaan akkana jedha:
-
-
Daaniʼel 5:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 “Hiikni jechoota kanaas kana dha: MIINII jechuun, Waaqayyo guyyoota mootummaa keetii ni lakkaaʼe; akka xumuramanis ni godhe jechuu dha.+
-
-
Daaniʼel 5:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Halkanuma sana Belshaazaar inni mootii Kaladootaa taʼe ni ajjeefame.+
-