- 
	                        
            
            Ermiyaas 50:41, 42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
41 Kunoo, sabni tokko kaaba irraa ni dhufa;
Sabni guddaanii fi mootonni guguddoonis,+
Andaara lafaa irraa ni kaʼu.+
42 Isaan iddaa fi eebootti ni fayyadamu.+
Isaan gara jabeeyyii dha; gara laafinas hin argisiisan.+
Yommuu fardeen isaaniitiin gulufanitti,
Sagaleen isaanii akkuma galaana huursuu ti.+
Yaa intala Baabilon, isaan waraanaaf tarree galanii akkuma nama tokkootti sitti dhufu.+
 
 -