Faarfannaa 137:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa intala Baabilon ishii yeroo dhihootti balleeffamtu nana,+Inni akkuma nu cunqursitetti si cunqursuudhaanGatii kee siif deebisu gammadaa ni taʼa.+ Isaayyaas 13:17, 18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kunoo, ani namoota MeedonWarra meetii homaatti hin lakkoofne,Warqiittis hin gammanne isaan irratti nan kaasa.+ 18 Iddaawwan isaanii dargaggoota ni caccabsu;+Isaan firii gadameessaatiif garaa hin laafan,Ijoolleedhaafis hin gaddan.
8 Yaa intala Baabilon ishii yeroo dhihootti balleeffamtu nana,+Inni akkuma nu cunqursitetti si cunqursuudhaanGatii kee siif deebisu gammadaa ni taʼa.+
17 Kunoo, ani namoota MeedonWarra meetii homaatti hin lakkoofne,Warqiittis hin gammanne isaan irratti nan kaasa.+ 18 Iddaawwan isaanii dargaggoota ni caccabsu;+Isaan firii gadameessaatiif garaa hin laafan,Ijoolleedhaafis hin gaddan.