-
Ermiyaas 50:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Isin warri iddaa dabsitan* hundi,
Waraanaaf tarree galaatii kallattii hundumaatiin Baabilonitti kottaa.
-
-
Ermiyaas 50:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Jiboota ishii hundumaa fixaa;+
Isaan qalamuuf gad haa buʼan.
Guyyaan isaanii,
Yeroon itti qorataman waan dhihaateef, isaaniif wayyoo!
-
-
Daaniʼel 5:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 “Hiikni jechoota kanaas kana dha: MIINII jechuun, Waaqayyo guyyoota mootummaa keetii ni lakkaaʼe; akka xumuramanis ni godhe jechuu dha.+
-
-
Daaniʼel 5:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Halkanuma sana Belshaazaar inni mootii Kaladootaa taʼe ni ajjeefame.+
-