-
Isaayyaas 34:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Yihowaan goraadee qaba; goraadeen kun dhiigaan ni laaqama.
Coomaan ni laaqama,+
Dhiiga hoolota xobbaallaa fi dhiiga reʼootaatiin,
Cooma kalee korbeeyyii hoolaatiinis ni laaqama.
Sababiin isaas, Yihowaan Boozraa keessatti aarsaa,
Biyya Edoom keessattis qalma hedduu ni qopheessa.+
7 Gafarsoonni, isaanii wajjin,
Jiboonnis warra humna qabeeyyii wajjin gad ni buʼu.
Biyyi isaanii dhiigaan ni tortora,
Biyyoon isaaniis coomaan ni jiidha.”
-
-
Hisqiʼel 39:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Isin foon namoota jajjaboo ni nyaattu, dhiiga geggeessitoota lafaas ni dhugdu; isaan korbeeyyii hoolaa, hoolota xobbaallaa, reʼootaa fi qotiyyoo siʼa taʼan, hundi isaanii iyyuu horiiwwan Baashaan warra gabbatoo taʼani dha.
-