-
Isaayyaas 63:1-3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
63 Inni Edoomii+ dhufaa jiru,
Inni uffata halluu ifaa* qabu uffatee Boozraadhaa+ dhufaa jiru,
Inni uffata miidhagaa uffatee
Humna isaa isa guddaadhaan tarkaanfachaa dhufaa jiru kun eenyu?
“Ana isa qajeelummaadhaan dubbatu,
Isa fayyisuuf humna guddaa qabu sana dha.”
2 Uffanni kee kan diimate,
Wayyaan kee kan akka nama wayinii cuunfuu kan taʼe maaliifi?+
3 “Bakka wayinii itti cuunfan keessatti kophaa koo daadhii wayinii nan dhidhiite.
Namoota sana keessaa tokko illee anaa wajjin hin turre.
Aarii kootiin isaan dhidhiituu koo,
Dheekkamsa kootiinis isaan irra ejjechuu koo ittan fufe.+
Dhiigni isaanii wayyaa koo irratti ni facaʼe,
Anis guutummaa uffata kootii nan xureesse.
-
-
Obaadiyaa 8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yihowaan akkana jedha:
“Guyyaa sanatti, ani Edoom keessaa ogeeyyii,
Naannoo gaarotaa Esaawu keessaas hubannaa hin balleessuu?+
-