LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yooʼel 3:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Makarri waan gaʼeef, haamtuu keessanitti fayyadamaa.

      Iddoon wayinii itti cuunfan firii wayiniitiin waan guuteef, gad buʼaatii dhidhiitaa.+

      Hamminni isaanii baayʼee waan taʼeef, iddoon wayiniin itti kuufamu guutee dhangalaʼeera.

  • Mulʼata 14:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Maleekaan sunis haamtuu isaa lafatti hiixatee wayinii lafaa erga walitti qabee booda, iddoo cuunfaa wayinii dheekkamsa Waaqayyoo isa guddaa keessatti darbate.+ 20 Iddoon cuunfaa wayinii sunis magaalattiidhaa alatti ni dhidhiitame; iddoo cuunfaa wayinii sana keessaa dhiigni hanga luugama fardaatti ol kaʼee fi gara fageenya kiilomeetira 296* taʼu ni baʼe.

  • Mulʼata 19:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Goraadee qaramaanii fi dheeraan saboota ittiin rukutu afaan isaa keessaa ni baʼa;+ inni ulee sibiilaatiin+ isaan ni tiksa. Kana malees, iddoo cuunfaa wayinii dheekkamsa sodaachisaa Waaqa Hundumaa Dandaʼuu ni dhidhiita.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi