Uumama 36:10, 11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Maqaan ilmaan Esaawu kana dha: ilma Aadaa haadha manaa Esaawu kan taʼe Eliifaazii fi ilma Baasemaat haadha manaa Esaawu kan taʼe Rewuʼel.+ 11 Ilmaan Eliifaaz Temaan,+ Omaar, Zeefoo, Gaataamii fi Qeenaaz+ turan. Hisqiʼel 25:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Harka koo Edoom irratti diriirsee namas taʼe horii isa keessaa nan balleessa; isas ona nan godha.+ Isaan Temaan irraa jalqabee hamma Deedaanitti goraadeedhaan ni kufu.+ Amoos 1:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kanaafuu, ani Temaan+ irratti ibidda nan erga, Innis masaraawwan Boozraa warra ciccimoo taʼan ni nyaata.’+
10 Maqaan ilmaan Esaawu kana dha: ilma Aadaa haadha manaa Esaawu kan taʼe Eliifaazii fi ilma Baasemaat haadha manaa Esaawu kan taʼe Rewuʼel.+ 11 Ilmaan Eliifaaz Temaan,+ Omaar, Zeefoo, Gaataamii fi Qeenaaz+ turan.
13 kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Harka koo Edoom irratti diriirsee namas taʼe horii isa keessaa nan balleessa; isas ona nan godha.+ Isaan Temaan irraa jalqabee hamma Deedaanitti goraadeedhaan ni kufu.+
12 Kanaafuu, ani Temaan+ irratti ibidda nan erga, Innis masaraawwan Boozraa warra ciccimoo taʼan ni nyaata.’+