Uumama 36:10, 11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Maqaan ilmaan Esaawu kana dha: ilma Aadaa haadha manaa Esaawu kan taʼe Eliifaazii fi ilma Baasemaat haadha manaa Esaawu kan taʼe Rewuʼel.+ 11 Ilmaan Eliifaaz Temaan,+ Omaar, Zeefoo, Gaataamii fi Qeenaaz+ turan. Obaadiyaa 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yaa Temaan,+ loltoonni kee ni hollatu,+Sababiin isaas, naannoo gaarotaa Esaawu keessa kan jiru hundi ni ajjeefama.+
10 Maqaan ilmaan Esaawu kana dha: ilma Aadaa haadha manaa Esaawu kan taʼe Eliifaazii fi ilma Baasemaat haadha manaa Esaawu kan taʼe Rewuʼel.+ 11 Ilmaan Eliifaaz Temaan,+ Omaar, Zeefoo, Gaataamii fi Qeenaaz+ turan.
9 Yaa Temaan,+ loltoonni kee ni hollatu,+Sababiin isaas, naannoo gaarotaa Esaawu keessa kan jiru hundi ni ajjeefama.+