Miikiyaas 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Bara mootota Yihudaa+ Yootaam,+ Akaazii+ fi Hisqiyaasitti+ dubbiin Yihowaa gara Miikiyaas*+ isa nama Moresheet dhufee fi inni waaʼee Samaariyaa fi Yerusaalem mulʼataan arge isa kana:
1 Bara mootota Yihudaa+ Yootaam,+ Akaazii+ fi Hisqiyaasitti+ dubbiin Yihowaa gara Miikiyaas*+ isa nama Moresheet dhufee fi inni waaʼee Samaariyaa fi Yerusaalem mulʼataan arge isa kana: