Isaayyaas 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Mulʼata Isaayyaas*+ ilmi Amooz bara Ooziyaa,+ Yootaam,+ Akaazii+ fi Hisqiyaas+ warra mootota Yihudaa turanitti+ Yihudaa fi Yerusaalemiin ilaalchisee arge: Hoseʼaa 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Bara mootota Yihudaa+ Ooziyaa,+ Yootaam,+ Akaazii+ fi Hisqiyaasitti,+ akkasumas bara mootii Israaʼel Yeroboʼaam+ ilma Yoʼaasitti+ dubbiin Yihowaa gara Hoseʼaa* ilma Beʼerii dhufe isa kana.
1 Mulʼata Isaayyaas*+ ilmi Amooz bara Ooziyaa,+ Yootaam,+ Akaazii+ fi Hisqiyaas+ warra mootota Yihudaa turanitti+ Yihudaa fi Yerusaalemiin ilaalchisee arge:
1 Bara mootota Yihudaa+ Ooziyaa,+ Yootaam,+ Akaazii+ fi Hisqiyaasitti,+ akkasumas bara mootii Israaʼel Yeroboʼaam+ ilma Yoʼaasitti+ dubbiin Yihowaa gara Hoseʼaa* ilma Beʼerii dhufe isa kana.