-
2 Mootota 13:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Yoʼaas mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 37ffaa isaatti, Yoʼaas+ ilmi Yehoʼahaaz Samaariyaa keessa taaʼee Israaʼel irratti mootii taʼe; waggaa 16fis ni bulche. 11 Inni wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwate; cubbuuwwan Yeroboʼaam ilmi Nebaat Israaʼelonni akka hojjetan godhe hunda irraas hin deebine.+ Cubbuuwwan kana hojjechuu isaas ittuma fufe.*
-