LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 14:23, 24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ilma Yoʼaas mootii Yihudaa kan taʼe Amaaziyaan mootii taʼee waggaa 15ffaa isaatti, ilma Yoʼaas mootii Israaʼel kan taʼe Yeroboʼaam+ Samaariyaa keessa taaʼee mootii taʼe; inni waggaa 41f ni bulche. 24 Wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwate. Cubbuuwwan Yeroboʼaam ilmi Nebaat Israaʼelonni akka hojjetan godhe hunda irraas hin gorre.+

  • Amoos 1:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Bara Ooziyaa+ mootii Yihudaattii fi bara Yeroboʼaam+ ilma Yoʼaas+ mootii Israaʼelitti, kirkirri lafaa uumamuu isaa waggaa lama dura,+ dubbiin Israaʼeliin ilaalchisee Amoos* isa namoota Teqoohaa+ warra hoolota horsiisan keessaa tokko taʼetti mulʼataan himame isa kana.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi