LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 12:28-30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Mootichi erga gorsitoota isaa wajjin mariʼatee booda, jabbilee warqii+ lama hojjetee namoota sanaan, “Yerusaalemitti ol baʼuun baayʼee isinitti ulfaata. Yaa Israaʼel, Waaqni kee inni biyya Gibxiitii si baase isa kana” jedhe.+ 29 Achiis isa tokko Beetel+ keessa, isa tokko immoo Daan+ keessa ni dhaabe. 30 Kunis cubbuu akka hojjetan isaan godhe;+ namoonni sunis jabbii achi jiru waaqeffachuuf hamma Daanitti deemu turan.

  • 1 Mootota 13:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Cubbuun maatiin Yeroboʼaam+ raawwate kun isaan akka badanii fi lafa irraa haxaaʼamanii akka balleeffaman godhe.+

  • Faarfannaa 106:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Ulfina koos

      Bifa qotiyyoo marga dheeduutti jijjiiran.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi