LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 14:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Akka kanaan, Abraam firri* isaa+ boojuudhaan fudhatamuu isaa dhagaʼe. Yeroo kanatti inni namoota isaa warra leenjiʼan, jechuunis tajaajiltoota isaa 318 warra mana isaa keessatti dhalatan walitti qabee hamma Daanitti+ weerartoota sana duukaa buʼe.

  • Keessa Deebii 34:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Achiis Museen gammoojjii Moʼaab irraa kaʼee gara Gaara Neboo+ isa fiixee Phisgaa+ irratti, Yerikoo+ fuulleetti argamutti ol ni baʼe. Yihowaanis guutummaa biyyattii, jechuunis Giiliyaadii hamma Daanitti,+

  • Abbootii Murtii 18:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Kana malees, magaalattii maqaa abbaa isaanii isa ilma Israaʼel taʼeen Daan+ jedhanii moggaasan.+ Maqaan magaalattii inni duraanii garuu Laaʼish jedhama ture.+

  • Abbootii Murtii 20:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Kanaan kan kaʼes, Israaʼelonni Daanii+ hamma Ber Sheebaattii fi biyya Giiliyaaditti+ argaman hundi ni baʼan; guutummaan gumichaas Misphaatti+ Yihowaa duratti tokkummaadhaan* walitti qabame.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi