LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 14:23, 24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ilma Yoʼaas mootii Yihudaa kan taʼe Amaaziyaan mootii taʼee waggaa 15ffaa isaatti, ilma Yoʼaas mootii Israaʼel kan taʼe Yeroboʼaam+ Samaariyaa keessa taaʼee mootii taʼe; inni waggaa 41f ni bulche. 24 Wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwate. Cubbuuwwan Yeroboʼaam ilmi Nebaat Israaʼelonni akka hojjetan godhe hunda irraas hin gorre.+

  • Hoseʼaa 1:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Bara mootota Yihudaa+ Ooziyaa,+ Yootaam,+ Akaazii+ fi Hisqiyaasitti,+ akkasumas bara mootii Israaʼel Yeroboʼaam+ ilma Yoʼaasitti+ dubbiin Yihowaa gara Hoseʼaa* ilma Beʼerii dhufe isa kana.

  • Amoos 7:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Amaaziyaan lubni Beetel+ gara Yeroboʼaam+ mootii Israaʼelitti ergaa kana ni erge: “Amoos manuma Israaʼel gidduutti si irratti daba qopheessaa jira.+ Biyyattiin dubbii isaa hundumaa dandamachuu hin dandeessu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi