LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 26:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kanaafuu, yommuu Ermiyaas wanta Yihowaan guutummaa sabichaatti akka dubbatu isa ajaje hundumaa dubbatee xumuretti, luboonni, raajonnii fi guutummaan sabichaa isa qaban; achiis akkana isaan jedhan: “Ati dhugumaan ni ajjeefamta. 9 Ati, ‘Manni kun akkuma Shiiloo ni taʼa; magaalaan kunis ni barbadoofti, akkasumas bakka namni keessa hin jiraanne ni taati’ jettee maqaa Yihowaatiin raajii kan dubbatte maaliifi?” Namoonni hundis mana Yihowaa keessatti Ermiyaasitti marsan.

  • Amoos 1:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Bara Ooziyaa+ mootii Yihudaattii fi bara Yeroboʼaam+ ilma Yoʼaas+ mootii Israaʼelitti, kirkirri lafaa uumamuu isaa waggaa lama dura,+ dubbiin Israaʼeliin ilaalchisee Amoos* isa namoota Teqoohaa+ warra hoolota horsiisan keessaa tokko taʼetti mulʼataan himame isa kana.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi