-
2 Mootota 15:32-34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Peeqaan ilmi Remaaliyaa mootiin Israaʼel mootii taʼee waggaa lammaffaa isaatti, Yootaam+ ilmi Ooziyaa+ mootii Yihudaa mootii ni taʼe. 33 Inni yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 25 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 16f ni bulche. Maqaan haadha isaa Yerushaa yeroo taʼu, ishiin intala Saadoq turte.+ 34 Akkuma abbaan isaa Ooziyaan godhe, innis wanta Yihowaa duratti sirrii taʼe ni godhe.+
-