Faarfannaa 17:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ati garaa koo ni qorte, halkaniinis na sakattaate;+Na qulqulleessites;+Ani wanta hamaa akkamii iyyuu akkan hin yaanne ni argita,Afaan koos seera hin cabsine. Faarfannaa 26:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yaa Yihowaa, na sakattaʼi, na qoris;Yaada keessa koo jiruu* fi garaa koo qulqulleessi.+
3 Ati garaa koo ni qorte, halkaniinis na sakattaate;+Na qulqulleessites;+Ani wanta hamaa akkamii iyyuu akkan hin yaanne ni argita,Afaan koos seera hin cabsine.