LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 11:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Yihowaan isa qajeelaas taʼe isa hamaa ni qora;+

      Inni* isa hammina jaallatu kam iyyuu ni jibba.+

  • Faarfannaa 16:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yihowaa isa gorsa naaf kenne nan jajadha.+

      Halkan illee yaanni keessa koo jiru* na sirreessa.+

  • 1 Qorontos 4:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Sababiin isaas, qalbiin koo waan tokkoon illee na hin ceephaʼu. Taʼus, kun qajeelaa taʼuu koo hin mirkaneessu; kanaa mannaa inni na qoru Yihowaa* dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi