LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 9:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Utuman dubbachaa, kadhachaa, cubbuu koo fi cubbuu saba koo Israaʼel himachaa, akkasumas gaara qulqulluu Waaqa+ koo ilaalchisee gara Waaqa koo Yihowaatti kadhannaa dhiheessaa jiruu, 21 eeyyee, utuman kadhannaa dhiheessaa jiruu, Gabriʼeel+ inni ani mulʼataan argee ture+ sun gara koo ni dhufe; ani yeroo aarsaan galgalaa itti dhihaatu kanatti baayʼee dadhabeen ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi