Faarfannaa 87:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 87 Buʼuurri magaalaa isaa gaarota qulqulluu keessa jira.+ 2 Yihowaan dunkaanota Yaaqoob hundumaa caalaaKarrawwan Xiyoon jaallata.+ Zakkaariyaas 8:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 “Yihowaan akkana jedha: ‘Ani gara Xiyoonitti nan deebiʼa,+ Yerusaalem keessas nan jiraadha;+ Yerusaalem magaalaa amanamtuu* jedhamtee ni waamamti;+ gaarri Yihowaa Gooftaa Raayyaas gaara qulqulluu jedhamee ni waamama.’”+
87 Buʼuurri magaalaa isaa gaarota qulqulluu keessa jira.+ 2 Yihowaan dunkaanota Yaaqoob hundumaa caalaaKarrawwan Xiyoon jaallata.+
3 “Yihowaan akkana jedha: ‘Ani gara Xiyoonitti nan deebiʼa,+ Yerusaalem keessas nan jiraadha;+ Yerusaalem magaalaa amanamtuu* jedhamtee ni waamamti;+ gaarri Yihowaa Gooftaa Raayyaas gaara qulqulluu jedhamee ni waamama.’”+