Isaayyaas 66:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 “Akkuma samiiwwan haaraanii fi lafti haaraan+ warri ani tolchaa jiru na duratti jabaatanii dhaabbatan, sanyiin keessanii fi maqaan keessanis jabaatee ni dhaabbata”+ jedha Yihowaan.
22 “Akkuma samiiwwan haaraanii fi lafti haaraan+ warri ani tolchaa jiru na duratti jabaatanii dhaabbatan, sanyiin keessanii fi maqaan keessanis jabaatee ni dhaabbata”+ jedha Yihowaan.