2 Saamuʼel 12:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yeroo kanatti Daawit Naataaniin, “Ani Yihowaa irratti cubbuu hojjedheera” jedhe.+ Naataanis deebisee Daawitiin akkana jedhe: “Yihowaanis cubbuu kee siif dhiisa.*+ Ati hin duutu.+ Isaayyaas 43:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Ani, eeyyee, ani ofii kootiif jedhee+ yakka* kee nan haqa,+Cubbuu kees hin yaadadhu.+
13 Yeroo kanatti Daawit Naataaniin, “Ani Yihowaa irratti cubbuu hojjedheera” jedhe.+ Naataanis deebisee Daawitiin akkana jedhe: “Yihowaanis cubbuu kee siif dhiisa.*+ Ati hin duutu.+