Uumama 1:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yeroo kanatti lafti bifa kan hin qabnee fi ona* turte; dukkannis bishaan isa gad fagoo*+ irra jira ture; humni Waaqayyoo inni hojii irra jirus*+ bishaanicha irra+ asii fi achi sosochoʼa ture.
2 Yeroo kanatti lafti bifa kan hin qabnee fi ona* turte; dukkannis bishaan isa gad fagoo*+ irra jira ture; humni Waaqayyoo inni hojii irra jirus*+ bishaanicha irra+ asii fi achi sosochoʼa ture.